How to Earn Money from Telegram Bot

Meeqa keessantu Bot 🤖TON Dreams jedhamu beeka?


🤖Bot kun erga jalqabee hedduu tureera maybe baayyeen keessan beekuu dandeessu. 😃


🤖Bot kana irraa💎 TON bilisaan argachuu dandeenya, Bot kana irratti haalli hojii isaas baayyee salphaa waan ta'eef ammuma jalqabu dandeessu. 🍸


🤖Bot kana irratti nama afeeruu yoo dhiistanis hojjechuu dandeessu garuu yeroo dheeraa 😔isin gaafata, yoo nama afeertan daftanii 💎TON keessan baafachuu dandeessu.


😏Jalqabuuf step gadii hordofaa. ⬇️


1. Bot kana start gootu
https://t.me/TonDreamsBot?start=1772693090
2. Diamond 💎 argachuuf nama afeeruu ykn token isiniif kenne gara Diamond 💎 tti exchange gootu


3. Diamond 💎 isiniif kennu gara EXP💡 tti convert gootu sana booda level keessan hin guddata.


Yommuu  EXP💡 sanaan level keessan guddusitan token per hour keessanis ni dabala.

Dhuma irratti minimum withdraw gaafa geessan 💎TON keessan baafachuu dandeessu.